Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo

Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo

K Technologies
Jan 25, 2021
  • 8.0

    1 Opinie

  • 16.9 MB

    Rozmiar Pliku

  • Android 5.0+

    Android OS

O Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo

Hiibboo Afaan Oromoo

„Hiibboo” jest prawie odpowiednikiem Riddle w języku angielskim. Hiibboo lub Riddle to gra w zgadywanie, która była częścią folkloru większości kultur od czasów starożytnych. Aplikacja zawiera ponad 75 pytań Hiibboo w języku Afan Oromo.

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Pokaż więcej

What's new in the latest 8.7.3z

Last updated on Jan 25, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Pokaż więcej

Rozgrywka i zrzuty ekranu

  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo plakat
  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 1
  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 2
  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 3
  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 4
  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 5
  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 6
  • Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo screenshot 7

Stare wersje Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo

APKPure ikona

Pobierz aplikację APKPure, aby uzyskać więcej nagród i zniżek w grach

Jedno kliknięcie, aby zainstalować pliki XAPK/APK na Androidzie!

Pobierz APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies