Hisnul Muslim Afaan Oromoo

Hisnul Muslim Afaan Oromoo

K Technologies
Jun 29, 2023
  • 10.0

    1 Opinie

  • 24.6 MB

    Rozmiar Pliku

  • Android 4.4+

    Android OS

O Hisnul Muslim Afaan Oromoo

Hisnul muzułmański Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa

Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan z keessatti qabateedha. Hisnul muzułmański Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.

● Zikrii Ganamaafi Galagalaa

● Yeroo Huccuu uffatan

● Yeroo Wuduu'a godhatan

● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.

● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan

● Yeroo Hirriiba

● Yeroo Aazaanaa

● Yeroo Salaataa

● Yeroo Qur'aanaa

● Wayita Rakkoo

● Du'aa'ii Ijoolleedhaf

● Dhukkubsataa

● Du'a / Janaazaa

● Qilleensa / Rooba

● Soomaafi Baatii

● Nyaataaf Dhugaatii

● Fuudhaaf Heeruma

● Hajjii fi Umraa

● Axxiffoo

● Imala fi kkk .. of keessaa qaba.

Pokaż więcej

What's new in the latest 3.0

Last updated on Jun 29, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Pokaż więcej

Filmy i zrzuty ekranu

  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo plakat
  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshot 1
  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshot 2
  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshot 3
  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshot 4
  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshot 5
  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshot 6
  • Hisnul Muslim Afaan Oromoo screenshot 7

Stare wersje Hisnul Muslim Afaan Oromoo

APKPure ikona

Superszybkie i bezpieczne pobieranie za pośrednictwem aplikacji APKPure

Jedno kliknięcie, aby zainstalować pliki XAPK/APK na Androidzie!

Pobierz APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies