Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh

sammubani
Dec 14, 2018
  • 5.7 MB

    Dateigröße

  • Android 4.0.3+

    Android OS

Über Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh

Ibsaa Jireenyaa ist das Licht des Lebens, das der Menschheit den Weg zum Glück zeigen soll

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com Jireenya Keessatti Eessarraa Ka'anii Eessa Deemu Akka Qaban, Kaayyoon Ilma Namaa Maal Akka Ta'e Fi Dukkana Keessaa Ifatti Akkamitti Akka Bahan Tooftaa Fi Furmaata Sirriitti Fayyadamuun Karaa. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo "Save" tuquun boodarra "Barruu olkaa’ame" keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa "Suche" keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (Anteil gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Mehr anzeigen

What's new in the latest 16.03

Last updated on 2018-12-15
Converting sammubani.com to app
Mehr anzeigen

Videos und Screenshots

  • Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh Plakat
  • Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh Screenshot 1
  • Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh Screenshot 2
  • Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh Screenshot 3

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh APK -Informationen

Letzte Version
16.03
Kategorie
Lernen
Android OS
Android 4.0.3+
Dateigröße
5.7 MB
Entwickler
sammubani
Sichere und schnelle APK-Downloads auf APKPure
Mit APKPure können Sie Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh APK einfach und sicher mit Signaturüberprüfung herunterladen.

Alte Versionen von Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh

APKPure Zeichen

Superschnelles und sicheres Herunterladen über die APKPure-App

Ein Klick zur Installation von XAPK/APK-Dateien auf Android!

Download APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies